Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kabajaan Affeeramtaniittu: “Obsaa”! Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2023

Kabajaan Affeeramtaniittu: “Obsaa”! Walgaʼii Naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa 2023

Obsi baayʼee nu barbaachisa. Garuu obsi maalidha? Guyyaa guyyaatti obsa argisiisuu wanti nu gaafatu maalidha? Walgaʼii Naannoo 2023 “Obsaa”! jedhu irratti nu waliin argamaa.