Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

JW Library

JW Library

Appilikeeshiniin JW Library jedhamu Dhugaa Baatota Yihowaadhaan kan qophaaʼe dha. Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu garaa garaa, akkasumas kitaabotaa fi birooshuroota qoʼannaadhaaf gargaaran hedduu kan qabate dha.

 

Qabiyyeewwan JW Laayibirarii

Akkaataa qabiyyeewwan jiran hundatti itti fayyadamuu dandeessu baradhu.

“JW Library” Fayyadamuu Jalqabaa—Andirooyidii

Qabiyyeewwan JW Library warra guguddaa meeshaalee Andirooyidii irratti akkamitti akka itti fayyadamtu baradhu.

Kitaaba Qulqulluu Garagalfachuu fi Itti Fayyadamuu—Andirooyidii

Kitaaba Qulqulluu JW Library keessatti garagalfachuu fi itti fayyadamuun akkamitti akka dandaʼamu baradhu.

Barreeffamoota Garagalfachuu fi Qindeeffachuu—Andirooyidii

Meeshaalee Andirooyidii irratti JW Library keessatti wantoota qophaaʼan garagalfachuu fi qindeeffachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe baradhu.

Kutaa “Bookmarks” Jedhu Qindeeffachuu fi Itti Fayyadamuu—Andirooyidii

Moobaayilii Andirooyidii taʼe irratti akkaataa JW Library keessatti kutaa “Bookmarks” Jedhu Qindeeffachuu fi Itti Fayyadamuun dandaʼamu baradhu.

Kutaa “History” Jedhutti Fayyadamaa—Andirooyidii

Moobaayilii Andirooyidii taʼe irratti JW Library keessatti kutaa “History” jedhutti fayyadamuu.

Dubbisaaf akka Taʼutti Sirreeffachuu—Andirooyidii

Moobaayilii andirooyidii taʼe irratti akkaataa JW Library keessatti dubbisaaf akka taʼutti sirreeffachuun dandaʼamu baradhu.

Kitaaba Qulqulluu ykn Barreeffamoota Keessaa Barbaaduu—Andirooyidii

Moobaayilii anidrooyidii taʼe irratti JW Library irratti Kitaaba Qulqulluu ykn barreeffama keessaa barbaaduu kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe baradhu.

Barreeffamatti Halluu Dibuu—Andirooyidii

Meeshaalee Andirooyidii irratti JW Library irratti barreeffamaatti halluu dibuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe baradhu.

Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman—JW Laayibirarii (Andirooyidii)

Gaaffiiwwan yeroo baayʼee kaʼaniif deebii argadhu.

Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman—JW Laayibirarii (iOS)

Gaaffiiwwan yeroo baayʼee kaʼaniif deebii argadhu.

Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman—JW Laayibirarii (Windows)

Gaaffiiwwan yeroo baayʼee kaʼaniif deebii argadhu.