Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waaqayyotti Amanuu

Amantiin wanta gaarii gochuuf humna guddaa siif kenna; yeroo ammaatti tasgabbooftee akka jiraattu, gara fuulduraatti immoo abdii akka qabaattu si gargaara. Kanaan dura Waaqayyotti kan amantu taatus taʼuu baattus, yookiin immoo amantiin kee akka laafe ykn cimsuu akka barbaaddu yoo sitti dhagaʼame Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu dandaʼa.

MATA DUREEWWAN DABALATAA

Wanti Sirrii ykn Dogoggora Jedhamu Bara Keenyattis Jiraa?

Mee sababii qajeelfamoonni amala naamusaa Waaqayyoo faayidaa guddaa qabu itti jennu lama ilaali.

MATA DUREEWWAN DABALATAA

Wanti Sirrii ykn Dogoggora Jedhamu Bara Keenyattis Jiraa?

Mee sababii qajeelfamoonni amala naamusaa Waaqayyoo faayidaa guddaa qabu itti jennu lama ilaali.

Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Namoota Kitaaba Qulqulluu Keessatti Ibsaman

Wantoota qophaaʼan

Amantii Dhugaa—Furtuu Jireenya Gammachuu Qabu Argamsiisu

Birooshurri kun namoonni bakka garaa garaa jiraatan amantii isaanii cimsuudhaan gammachuu argachuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa.