Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Giddu Galeessa Afriikaa Riippuublikii

Odeeffannoo Gabaabaa—Giddu Galeessa Afriikaa Riippuublikii

  • 5,119,000—Baayʼina uummataa
  • 2,932—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 64—Gumiiwwan
  • 1 nama 1,791f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Harki Koo Akka hin Laafne Murtoo Cimaa Godheen Ture

Taʼeewwan dinqisiisoo Maaksiim Daaniyleeykoon tajaajila misiyoonii waggaa 68 keessatti yommuu dabarsetti raawwataman baradhu.