Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Kaameeruun

  • Baawu, Kaameruun​—Dubartii naannoo Gaara Kaameruun jedhamu jirtuufi maasii baala shaahii keessa hojjetuuf utuu lallabamuu

Odeeffannoo Gabaabaa—Kaameeruun

  • 28,608,000—Baayʼina uummataa
  • 44,558—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 500—Gumiiwwan
  • 1 nama 665f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?

Ijaarsa Dhibee Daddarbaan Jalqabuu Isaa Dura Milkaaʼinaan Xumurame

Waggaa tajaajilaa 2020⁠tti iddoowwan waaqeffannaa 2,700 ol ijaaruuf ykn haaressuuf karoorfanneerra. Dhibee daddarbaan COVID-19 karoorawwan kana irratti dhiibbaa kan godhe akkamitti?

DAMMAQAA!

Kaameruuniin Daawwadhu

Waaʼee aadaafi saba biyya Afriikaa kanaa ilaali.