Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Maaleeshiyaa

Odeeffannoo Gabaabaa—Maaleeshiyaa

  • 33,200,000—Baayʼina uummataa
  • 5,645—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 119—Gumiiwwan
  • 1 nama 5,959f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

KUUSAA KEENYA KEESSAA

Laayitbiirari Ifa Hafuuraa Kibba Baha Eeshiyaatti Geesse

Mormiin jiraatus, imaltoonni Laayitbiirari muraasni ifa Kitaaba Qulqulluu ija jabinaan naannoo balʼaa uummata hedduu qabutti babalʼisaniiru.

Dabalataan Ilaali