Tajaajila Keenya

TAJAAJILA

Paaris Keessatti Abdii Kitaaba Qulqulluu Namootatti Himuu

Dhugaa Baatonni duula abdii Kitaaba Qulqulluu gara fuulduraatti Pilaaneetiin keenya faalama qilleensa irraa bilisa akka taatu dubbatu namootatti himuuf qophaaʼe irratti hirmaatanii turan.

TAJAAJILA

Paaris Keessatti Abdii Kitaaba Qulqulluu Namootatti Himuu

Dhugaa Baatonni duula abdii Kitaaba Qulqulluu gara fuulduraatti Pilaaneetiin keenya faalama qilleensa irraa bilisa akka taatu dubbatu namootatti himuuf qophaaʼe irratti hirmaatanii turan.

Hawaasa Jalqabaa Kaanaadaatiif Lallabuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa afaanota hawaasa jalqabaa Kaanaadaa hedduudhaan namoonni waaʼee Uumaa afaan isaaniitiin akka baratan gargaaran.

Sagantaa fi Odeeffannoo Niiwu Yoorki Siitiitti Namoota Neetiiv Ameerikaatiif Qophaaʼe

Qophii bara 2015 ‘Gateway to Nations’ jedhamu irratti Dhugaa Baatonni Yihowaa barreeffamoota afaanota warri Neetiiv Ameerikaa dubbataniin qophaaʼan yommuu argan ni dinqisiifatan.

Lallabuuf Jecha Jala Galaanaa Irra Deemuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota odoolawwan xixinnoo wal irraa faffagaatanii jiranii fi Haaligen jedhaman keessa jiraatanitti ergaa Kitaaba Qulqulluu himuuf mala adda taʼetti fayyadamu.

Ergaa Kitaaba Qulqulluu Biyyoota Kaaba Fagootti Argamaniin Gaʼuu

Haalli rakkisaan jiraatus, Dhugaa Baatonni namoota Kitaaba Qulqulluu qayyabachuuf fedhan gargaaruuf yeroo dheeraa naannoowwan fagoo keessatti dabarsu.

Argisiisa Kitaabaa Toorontoo Irratti JW.ORG Beeksisuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa barreeffama kennan, viidiyoo argisiisan, jw.orgitti akkamitti akka fayyadamamu argisiisan. Daawwattootatti maaltu dhagaʼame?

Gaariiwwan Barreeffamaa 165,000 Ol Taʼan

Karaan inni guddaan Dhugaa Baatonni Yihowaa dhugaa Kitaaba Qulqulluu itti beeksisan tajaajila manaa gara manaa ti. Gaarii barreeeffamootaatti fayyadamuunis buʼaa gaarii argamsiiseera.

Lakkoofsi Miseensota Dhugaa Baatota Yihowaa ni Dabale

Hagayya 2014​tti Dhugaa Baatota dammaqoo taʼanii fi miliyoona 8 ol taʼantu ture. Lakkoofsi miseensota isaanii Waraana Addunyaa Tokkoffaa booda dabalaa kan dhufe akkamitti?

Duula Addunyaa Maratti Balʼinaan JW.ORG Beeksise

Dhugaa Baatonni Yihowaa jw.org beeksisuuf Hagayya 2014tti tiraaktii raabsaniiru. Buʼaa maaliitu argame?

Egzibiishinii Macaafa Qulqulluu Adda Taʼee Fi Faransaayi Keessatti Qophaaʼe

Agarsiisa Faransaayi keessatti qophaaʼe irratti daawwattoonni argaman mata duree “Macaafa Qulqulluu—Kaleessa, Harʼaa fi Bor” jedhu arganiiru.

Naannoo Fagoo Deemanii Tajaajiluu—Awustiraaliyaa

Maatii ergaa Macaafa Qulqulluu dubbachuuf naannoo baadiyyaa Awustiraaliyaatti argamu deeme.

Naannoo Fagoo Deemanii Tajaajiluu—Aayerlaandi

Maatiin tokko naannoo fagoo deemanii tajaajiluu isaaniitti akkamitti akka walitti dhihaatan dubbatu.

Laga Shinguu Biratti Dhugaa Baʼuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa 28 taʼan bidiruu meetira 15 dheeratuun laga Shinguu irra deemanii namootaa mandaroota keessa jiranitti lallabaniiru.

Namoonni Bilisummaa Jaallatan Doonii Ilaaluu Dhaqan

Dhugaa Baatonni Yihowaa namootaa fi tuuristoota qophii gammachiisaa Faransaayitti godhamu irratti argamuu dhaqaniif barreeffamoota Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼan kaffaltii malee kennaniiru.

JW.ORGtti Fayyadamuudhaan Ergaa Macaafa Qulqulluu Namootaan Gaʼuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa weeb saayitiisaanii ni jaallatu. Weeb saayitii Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼe kana beeksisuuf ni carraaqu. Jw.org harʼuma ilaali.