Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 2 2021 | Teknooloojiin Gooftaa moo Tajaajilaa Kee Ti?

Teknoolojiin gooftaa moo tajaajilaa kee ti? Namoonni hedduun meeshaalee elektiroonikii isaanii toʼachaa akka jiran dubbatu; garuu haalli isaa akkas miti. Teknoolojiin karaa isaan matumaa hin hubanneen, karaa isaan hin barbaanneen illee namoota irratti dhiibbaa gochuu dandaʼa.

Teknoolojiin Dhiibbaa Akkamii Qaba? Michummaa Kee Irratti

Teknoolojiin michoota kee wajjin wal qunnamuu fi caalaatti isaanitti dhihaachuuf si gargaara.

Teknoolojiin Dhiibbaa Akkamii Qaba? Ijoollee Kee Irratti

Ijoolleen teknoolojii fayyadamuu irratti qaxalee taʼanis, qajeelfamni isaan barbaachisa.

Teknoolojiin Dhiibbaa Akkamii Qaba? Gaaʼela Kee Irratti

Hiriyoonni gaaʼelaa teknoolojiitti karaa sirrii taʼeen kan fayyadaman taanaan caalaatti walitti dhihaachuuf isaan gargaaruu dandaʼa.

Teknoolojiin Dhiibbaa Akkamii Qaba? Dandeettii Yaaduu Kee Irratti

Teknoolojiin dandeettii dubbisuu, dandeettii xiyyeeffannaa sassaabbachuu fi ilaalcha yeroo kophaa dabarsituuf qabdu irratti dhiibbaa ni godha. Gorsawwan gaggaarii dandeettii yaaduu kee siif fooyyessuu dandaʼan sadii ilaali.

JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu

Mata duree kam dubbisuu barbaadda?

Maxxansa Kana Keessatti

Teknoolojiin michummaa, jireenya maatii kee fi dandeettii yaaduu kee irratti miidhaa geessisuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe hubadhu.