DAMMAQAA! Ebla 2015 | Macaafni Qulqulluun Yeroo Ha⁠r⁠ʼaatti Ni Fayyadaa?

Seerawwan b⁠u⁠ʼuuraa inni barsiisuu fi akkuma yeroo itti barreeffamee yeroo ha⁠r⁠ʼaas akka fayyadu mirkaneessan afur ilaali.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Macaafni Qulqulluun Yeroo Ha⁠r⁠ʼaatti Ni Fayyadaa?

Hiiltan yeroo manaa b⁠a⁠ʼetti, warri isaa abdii isatti kutatanii turan. Haa t⁠a⁠ʼu malee, waggaa 12 booda jijjiirama guddaa waan godheef eenyummaa isaa beekuun isaanitti ulfaatee ture. Maaltu isa jijjiire?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Amanamummaa

Raakel matt⁠a⁠ʼaa isheedhaaf kenname fudhachuudhaan qarshii argachuu ni dandeessi turte; isheen garuu fudhachuu diduu isheetiin wanta caalaatti gatii guddaa qabu akka argatte isheetti dhag⁠a⁠ʼama.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Of T⁠o⁠ʼachuu

Nama Kaasiyus jedhamu aarii isaa t⁠o⁠ʼachuuf kan isa gargaare maali dha?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Hiriyaa Ga⁠a⁠ʼelaatiif Amanamuu

Dubartiin tokko abbaa manaa isheetiif amanamuun ishee faayida qabeessa t⁠a⁠ʼuu isaa rakkina ishee irra g⁠a⁠ʼe irraa baratteetti. Ga⁠a⁠ʼelli ishee diigamuu irraa ooluu dand⁠a⁠ʼeeraa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Jaalala

Macaafni Qulqulluun wa⁠a⁠ʼee jaalalaa iddoo baa⁠y⁠ʼeetti kan dubbatu t⁠a⁠ʼus, wa⁠a⁠ʼee jaalala saala faallaa baa⁠y⁠ʼinaan hin dubbatu.

GAAFANNOO

Sababii Qeesiin Tokko Amantii Isaa Itti Dhiise

Carraaqqiin Antooniyoo Deelaa Gaataan Waaqayyoon argachuuf godhe, Waaqayyoo wajjin walitti dhufeenya cimaa qabaachuuf kan isa dandeessise akkamitti akka t⁠a⁠ʼe dubbisi.

MAATIIDHAAF

Miira Kee T⁠o⁠ʼachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Tarkaanfiiwwan Macaafa Qulqulluu irratti hunda⁠a⁠ʼan shan aarii kee t⁠o⁠ʼachuuf si gargaaruu dand⁠a⁠ʼu.

GAAFANNOO

‘Dhukkuba Koo Irratti Xiyyeeffachuu Hin Barbaadu’

Iliisaan dhukkuba hin fayyine akka dandamattuu fi yeroo tokko tokko immoo dhukkubsattuu t⁠a⁠ʼuu ishee iyyuu akka irraanfattu kan ishee gargaare maali dha?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Qumaara

Bashananna miidhaa hin qabne dhaa?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Dhageettii BillaachaaDinqisiisaa T⁠a⁠ʼe

Akkaataan uumamaa gurra isaa wal xaxaa t⁠a⁠ʼuu baatus bineensota hunda caalaa dhag⁠a⁠ʼa.

Wantoota garabiraa

Dhiifama Godhi

Nama si mufachiisu tokko akkamitti qabuu qabda?