MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Ebla 2022

Maxxansi kun mata dureewwan Waxabajjii 6–Hagayya 3, 2022⁠tti qoʼataman qabateera.

Buskutii Saroota Kootiif Kenname

Hiriyoonni gaaʼelaa lallaba addabaabayiirratti hirmaachaa jiran tokko namicha tokkotti qofa utuu hin taʼin saroota isaattis gaarummaa argisiisaniiru. Maarree buʼaa akkamiitu argame?

Gaaffii Dubbistootaa

Kitaabni Qulqulluun waaʼee kakachuu maal jedha?

Gaaffii Dubbistootaa

Kiristiyaanni tokko sababa Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼe utuu hin qabaatin haadha manaa isaa hiikee dubartii kan biraa yoo fuudhe gumiin gaaʼela isa duraanii fi gaaʼela isa haaraa akkamitti ilaaluu qaba?