Dhimma ijoo ta'etti seeni

Noh—Amantiin Ajajamuuf Isa Kakaaseera

Noh amantii argisiisuu fi Yihowaadhaaf ajajamuudhaan addunyaa hamaa taʼe sana irraa akkamitti akka oole baradhu. Uumama 6:1–8:22; 9:8-16 irratti kan hundaaʼe.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA

‘Waaqa Dhugaa Wajjin Deddeebiʼeera’

Nohiifi haati manaasaa ijoolleesaanii yommuu guddisan halawwan rakkisaa akkamii isaan mudataniiru? Yommuu markabicha hojjetan amantii akka qaban kan argisiisan akkamitti?

MASARAA EEGUMSAA

Nohi ‘Namoota Kan Biraa Torbaa Wajjin Ooleera’

Waaqayyo yeroo rakkinaatti Nohiifi maatiisaa kan oolche akkamitti?

MASARAA EEGUMSAA

Henok: “Inni Akka Gaariitti Waaqayyoon Gammachiiseera”

Wanta maatii keetiif barbaachisu dhiheessaa jirta ykn wanta sirrii taʼe tokkoof ejjennoo qabdu eegdee jiraachuuf qabsoo gochaa jirta yoo taʼe, amantii Henok irraa barachuu dandeessa.

Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu

Doonii Noh

Maleekonni hamoo taʼan gara lafaa dhufuudhaan dubartoota fuudhanii ilmaan guguddaa abbootii humnaa taʼan godhatan. Noh garuu nama addaa Waaqayyoon jaallatuu fi isaaf ajajamu ture.