Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A7-A

Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Hanga Tajaajila Yesuusitti

Wangeelota Arfan Duraa Duuba Yerootiin

Chaartiin armaan gadii kaartaa imala Yesuusii fi bakka inni itti lallabe argisiisu qaba. Xiyyi kaartaawwan kana irratti argamu daandii sirrii Yesuus irra deeme utuu hin taʼin, kallattii kan argisiisu dha. Mallattoon “n.” jedhu “naannoo” jechuu dha.

Hanga Tajaajila Yesuusitti

YEROO

BAKKA

TAʼEE

MAATEWOS

MAARQOS

LUQAAS

YOHAANNIS

Dh.K.D. 3

Yerusaalem, mana qulqullummaa

Gabriʼel Yohaannis Cuuphaan akka dhalatu dursee Zakkaariyaasitti hime

   

1:5-25

 

Dh.K.D. n. 2

Naazireet; Yihudaa

Gabriʼel Maariyaam Yesuusiin akka deessu ishiitti hime; ishiinis fira ishii Elsaabex bira deemte

   

1:26-56

 

Dh.K.D. 2

Biyya Yihudaa isa tabbaqabu

Yohaannis cuuphaan dhalatee moggaafame;Zakkaariyaas raajii dubbate; Yohaannis lafa onaa keessa ni jiraata

   

1:57-80

 

Dh.K.D. 2, n. Onk. 1

Beetaliheem

Yesuus ni dhalate; “Dubbichi foon taʼe”

1:1-25

 

2:1-7

1:14

Beetaliheem bira; Beetaliheem

Maleekaan tiksitootatti misiraachoo hime; maleekonni Waaqayyoon jajatan; tiksitoonni mucicha ilaalan

   

2:8-20

 

Beetaliheem; Yerusaalem

Yesuus dhaqna qabame (guyyaa 8ffaatti);warriisaagaramanaqulqullummaa isageessan (guyyaa 40ffaa booda)

   

2:21-38

 

Dh.K.D. 1 ykn Dh.K.B. 1

Yerusaalem; Beetaliheem; Gibxii; Naazireet

Namoonni urjii lakkaaʼan bira dhaqan; maatichi Gibxiitti baqate; Heroodis daaʼimman dhiiraa ajjeese; maatichi Gibxiidhaa deebiʼee Naazireet jiraate

2:1-23

 

2:39, 40

 

Dh.K.B. 12, Faasikaa

Yerusaalem

Yesuus waggaa12tti mana qulqullummaatti barsiisota gaaffii gaafate

   

2:41-50

 
 

Naazireet

Naazireetitti deebiʼe; warra isaatiif bitamuu itti fufe; hojii anaaxii barate; Maariyaam ijoollee dhiiraa kan biroo afurii fi ijoollee durbaas qabdi turte (Mat 13:55, 56; Mar 6:3)

   

2:51, 52

 

29, arfaasa

Lafa onaa, Laga Yordaanos

Yohaannis Cuuphaan tajaajila isaa jalqabe

3:1-12

1:1-8

3:1-18

1:6-8