Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ani Eenyuunan Dhagaʼa?

Ani Eenyuunan Dhagaʼa?

Buufadhu:

  1. 1. Yesuusiin dhagaʼuudhaan

    Isaaf ajajamee,

    Ifattan baʼe,

    Dhugaas nan argadhe.

    Inni na kunuunsa,

    Uleensaas na tiksa,

    Anʼ hin dhagaʼu,

    Sagalee kan biraa.

    (BUUSAA DURA)

    Karaarraa na jalʼisu

    Yaada faallaa na barsiisu,

    Anʼ maaliifan gora

    Daandii isa dhugaarraa?

    (BUUSAA)

    Anʼ eenyuunan dhagaʼa?

    Yeroon dhiphadhu eessan dhaqa?

    Anʼ eenyuttan baqadhaa?

    Hin dhagaʼu orma

    Yaadasaa nan morma.

    Anʼ Yesuusumaanan dhagaʼa.

  2. 2. Kunuunsa naaf godheera

    Iddoo naaf kenneera,

    Maatiin koo martuu

    Baayʼee na jaallatu.

    Abdiin koo cimaadha

    Maddisaas Waaqadha.

    Ilmi isaas ni kenna

    Dubbii jireenyaa.

    (BUUSAA DURA)

    Karaa irraa na maqsu

    Yaada faallaa na barsiisu.

    Anʼ maalifan gora

    Daandii isa dhugaarraa?

    (BUUSAA)

    Anʼ eenyuunan dhagaʼa?

    Yeroon dhiphadhu eessan dhaqa?

    Anʼ eenyuuttan baqadhaa?

    Hin dhagaʼu orma

    Yaadasaa nan morma.

    Anʼ Yesuusumaanan dhagaʼa.

    (BUUSAA)

    Anʼ eenyuunan dhagaʼa?

    Yeroon dhiphadhu eessan dhaqa?

    Anʼ eenyuuttan baqadhaa?

    Hin dhagaʼu orma

    Yaadasaa nan morma.

    Anʼ Yesuusumaanan dhagaʼa.

    Anʼ eenyuu nan dhagaʼa?

    Yoomiyyuu Yesuusiinan dhagaʼa.