Dhimma ijoo ta'etti seeni

Rakkina

Rakkinni kan Baay'ate Maaliifi?

Rakkina Nu Irra Gaʼuuf kan Itti Gaafatamu Waaqayyo Dhaa?

Rakkinni, namoota Waaqayyo duratti fudhatama qaban illee dabalatee eenyuun iyyuu mudachuu dandaʼa. Maaliif?

Rakkinoota Hundaaf Sababa kan Taʼe Diyaabilosii?

Kitaabni Qulqulluun maddi rakkina ilmaan namootaa maal akka taʼe ni ibsa.

Balaawwan Uumamaa Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Balaawwan uumamaa adaba Waaqayyootii? Waaqayyo namoota balaa uumamaatiin miidhaman ni gargaaraa?

Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Weerara Dhibee Maal Jedha?

Yeroo harʼaatti namoonni tokko tokko Waaqayyo weerara dhibee ykn dhukkuboota kaanitti fayyadamee namoota adabaa akka jiru yaadu. Haa taʼu malee Kitaabni Qulqulluun yaada kana hin deggeru.

Warri Naazii Ajjeechaa kan Raawwatan Maaliifi? Waaqayyo Kan hin Dhaabsisne Maaliifi?

Namoonni baayʼeen, Waaqni jaalala qabeessa taʼe rakkina kana hunda kan heyyame maaliif akka taʼe ni gaafatu. Kitaabni Qulqulluun deebii quubsaa kenna!

Nagaan Addunyaa Abjuu Qofa kan Taʼe Maaliifi?

Carraaqqiin namoonni nagaa fiduuf godhan hin milkoofne. Sababiisaa baradhu.

Rakkina Danda'uu

Kitaaba Qulqulluu Keessaa Yaada Si Jajjabeessu Argachuu Ni Dandeessaa?

Caqasoonni Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman namoota haalaa fi miira rakkisaa adda addaa keessatti argaman jajjabeessaniiru.

Yeroon Dhiphadhu Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu ni Dandaʼaa?

Wantoota Waaqayyo dhiphina nutti dhagaʼamu akka dandamannu gargaaruuf arjummaadhaan kennu sadii.

Kitaabni Qulqulluun Namoota Of Ajjeesuu Yaadaa Jiran Kan Gargaaruu Akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun namoota duʼuu barbaadaniif gorsa hojii irra ooluu dandaʼu akkamii kenna?

Dhukkuba Yeroo Dheeraadhaaf Turu yoo Qabaatte Kitaabni Qulqulluun Si Gargaaruu Dandaʼaa?

Eeyyee! Qabxiiwwan sadan dhibee cimaa dandamachuuf si gargaaran ilaali.

Kitaabni Qulqulluun Nama Tokko Dhiphina Irraa Furuuf Jecha Akka Duʼu Gochuu Ilaalchisee Maal Jedha?

Namni sun dhukkuba hin fayyineen yoo qabame hoo? Aarsaan kam iyyuu kaffalamee jireenyi akka itti fufu taasifamuu qabaa?

Rakkinni ni Bada

Mootummaan Waaqayyoo Maal Raawwata?

Yeroo bulchiinsi Waaqayyoo lafa bulchu maal eeggachuu akka dandeessu baradhu.

Abdii Eessaan Argachuu Dandaʼa?

Maddi amansiisaan jireenya kee fooyyessuu fi abdii amansiisaa siif kennuu dandaʼa.