MASARAA EEGUMSAA Amajjii 2015 | Waaqayyotti Dhihaachuu Ni Dandeessa

Waaqayyo fagoo fi kan namatti hin siqne akka taʼe sitti dhagaʼamaa? Waaqayyoo wajjin michummaa uumuun kan dandaʼamu taʼuu isaa shakkitee beektaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaqayyootti Akka Dhihaatte Sitti Dhagaʼamaa?

Namoonni miliyonaan lakkaaʼaman Waaqayyo akka michuutti akka isaan ilaalu mirkanaaʼoo dha.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Maqaa Waaqayyoo Beektaa? Itti Hoo Ni Fayyadamtaa?

Waaqayyo, “Ani Yihowaa dha. Maqaan koo isa kana” jechuudhaan nutti of beeksiseera.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Waaqayyoo Wajjin Ni Haasoftaa?

Kadhannaadhaan Waaqayyoon ni haasofsiisna; isa dhaggeeffachuu kan dandeenyu garuu akkamitti?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Wanta Waaqayyo Si Irraa Barbaadu Ni Raawwattaa?

Waaqayyoof ajajamuun barbaachisaa taʼus, michuu isaa taʼuun wanta kana irra caalu gaafata.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Jireenyi Kana Irra Wayyu Hin Jiru

Tarkaanfiiwwan sadii Waaqayyoo wajjin michummaa akka qabaattu si gargaaruu dandaʼu.

MAREE KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE

Mootummaan Waaqayyoo Yoom Bulchuu Jalqabe? (Kutaa 2)

Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu fi abjuun Waaqayyo mootii Baabilonitti argisiise, wanti kun bara kamitti akka raawwatame argisiisa.

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

“Attamittan Hammina Guddaa Akkasii Hojjedha?”

Yoseef carraaqqii haati manaa Phoxiifaar isa dogoggorsuuf goote kan moʼe akkamitti?

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Yesus namoota duʼaa kaasuun isaa abdii gara fuulduraa inni nuu kenne ilaalchisee maal mirkaneessa?

Wantoota garabiraa

Kitaabni Qulqulluun Gaaʼela Saala Wal Fakkaatu Gidduutti Hundeeffamu Ilaalchisee Maal Jedha?

Hundeessaan gaaʼelaa, gaaʼela dhaabbataa fi gammachiisaa taʼe qabaachuun akkamitti akka dandaʼamu hunda caalaa beeka.